Moo

Isa Inni aguugu;
Qarabaan duguuguu;
Seera Waaqaa diiguu;;
“Garba” morgaa muruu;
Korma xiixaa uruu;
Durba achishee muruu;
Gurbaa achisaa ciruu;
Mirga ilmoo namaa mataa-gadi qoruu;;
Ta’inna laata mooo……..?;
Dogoggora Waaqa…

Related tracks